Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 12:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Isiinillee ulfa dayu'uuf ciniinsu'uun qabamtee dhiphatteetitti iyyite.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Isiin'llee ulffa ni turtte, dayu'uuf'llee ciniinsuun qabddeenii sarddamittee ni iyyiti turtte,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Isiinillee ulfa dayu'uuf ciniinsu'uun qabamtee dhiphatteetitti iyyite.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 12:2
12 Referans Kwoze  

Eegeen isaa urjii sami'ii sadi keessaa harka tokko gara lafaa gad-jisse. Jawweenillee hennaa dubbartittiin deette daa'ima isi'ii nyaachu'uuf dubartittii dayu'uuf taatu san afoo dhaabate.


Ijoollee tiyya! Haga bifti Kiristoosii isin keessatti mudhatutti, ammallee waan keessaniif akka dubartii deettuutitti ciniinsifadha.


Dubartiin hennaa deettu jiini dayiinsa isi'ii waan itti gayeef hin gadditi, haata'uu ammoo yoo daa'ima deetteen maayii waan namni biyya lafaatitti dhalateef sababa gammaddeef maayessa dhiphachuu isi'ii san maraa hin irraanfatti.


Barreeffama Woyyuu keessatti, «Ijoolleen dubartii abbaa manaa qabduu caalaa, ijoolleen dubartii abbaa manaa hin qabnee waan heddummatteef ati dhabduu deettee hin beenne gammadi, atillee ta ciniinsifattee hin beenne iyyii ililfadhu!» jedhamee barreeffameera.


Kun maruu ammo ciniinsuu duraati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite