Mudhata Yohaannisii 12:15 - WAADAA LAMMATAA15 Bofnillee dubartittiin akka lagaan liqimfamtu godhu'uuf, bisaan haga lagaa gayu afaan ufii keessaa isii duubatti jisse. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 Dubarttiin lola'aan akka fudhatamittuuf jedhee bofichi bishaan lagaa bishaan gayu afaan isaatii tufee gara dudda duuba isi'iitiin ni jisse. Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 Bofnillee intalattiin akka lagaan liqimfamtu godhu'uuf bisaan haga lagaa gayu afaan ufii keessaa isii duubatti jisse. Gade chapit la |