Mudhata Yohaannisii 12:14 - WAADAA LAMMATAA14 Isiinillee afoo bofaatii bara, barootaa fi wodhakkaa barootaa gara lafa gammoojji'ii waa itti nyaattuu barartee akka fagaattu koolli bajjaa lamaan gugurdaan kennameef. Gade chapit laWaadaa Haarawa14 dubarttiin gara bakka lafa gammoojji'ii titti isi'iif qophaayee bararttee akka deemittuuf, koolli lamaan koola risaa ol aana'aa fakkaatu ni kennameef, achitti'llee boficha duranaa fagaattee, woggaa sadihii fi wolakka'aaf kunuunssaan qabamttee ni eeggamitti turtte. Gade chapit laKitaaba Woyyuu14 Isiinillee afoo bofaatii bara, barootaa fi wodhakkaa barootaa gara lafa gammoojji'ii waa itti nyaattuu barartee akka fagaattu koolli bajjaa lamaan gugurdaan kennameef. Gade chapit la |