Mudhata Yohaannisii 12:13 - WAADAA LAMMATAA13 Jawweenillee haga akka gara lafaa darbame arge, dubartii ilma dhiiraa deette san ari'e. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Xaraan gara arddi'ii akka gadi gatame yeroo argetti, dubarttii ilma deette ni ari'een, Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Jawweenillee haga akka gara lafaa darbame arge, intalattii ilma dhiiraa deette san ari'e. Gade chapit la |