Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 11:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Ragaa isaanii haga raawwataniin maayii bineensa ashuutee bawu woliin wol lolan. Mooyatee isaan ajjeesa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Ragummaa isaanii eega xumuraniin duubatti bineenssi boolla gad fago'oo keessaa bayu, isaaniin woliin wol woraanee isaan ni injifata, isaan'llee ni ajjeesa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Ragaa isaanii haga raawwataniin maayii bineensa ashuutee bawu woliin wol lolan. Mooyatee isaan ajjeesa.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 11:7
20 Referans Kwoze  

Woyyoota worrane mooyachuu gosaa fi firoota banii afaan gara garaa dubbatan maraa irratti baalliin kennameef.


Hujii akka ani hojjadhu ati naa kennite raawwadhee lafa irratti si kabajjeera.


Innillee akkana isaaniin jedhe, «Dhaqa'aatii jeedalattii saniin, adhaa fi boru jinnii baasaa. Namoota dhukkubsatan hin fayyisa; guyyaa saddaffa'aatittillee hujii kiyya hin raawwadha jedha'aanii.


Bineensi biraallee uduu lafaa bawu arge. Gaafa lamaa ka gaafa hoola'aa fakkaatu qaba. Akka Jawwe'eetitti qaaqa.


Raattota kiyya lamaanii fi uffata gaddaa uffatee guyyaa kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi jahaatamaa akka raaga dubbatan hunna isaanii kenna.


Haata'uu ammoo fiigicha kiyyaaf tajaajila kiyya ka Gooftaa Yesuusiin irraa fudhadhe, innillee Oduu Nagayaa badhaadha Ayyaana Rabbii ragaa isaa haga raawwadhutti lubbuun tiyya na birratti akka hin ulfaanne akka waan duwwa'aatitti laakkaya.


Wondhaansoo mishaa bayeera; fiigicha kiyya fixeera. Amantaa kiyya eeggadheera, uf afo'otti badhaasaaf qajeellummaan naaf qophaayeera.


Yesuusillee haga haadhayaa san fudhateen maayii raawwatame jedhee mata'aan gad rarra'ee lubbuu ufii dabarsee kenne.


Jinniiwwan sunillee akka inni gara qile'ee isaan hin ergine Yesuusiin kadhatan.


Jawweenillee dubartitti'iin lolee, worra ajaja Rabbii eegan, ka ragaa Yesuusii qaban worra fiixaa isi'ii keessaa hafe woraanu'uuf deemee xidhacha qarqara galaanaa irra dhaabate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite