Mudhata Yohaannisii 11:5 - WAADAA LAMMATAA5 Eennuunillee midhuu yoo barbaade, ibiddatu afaan isaaniitii bayee diintota isaanii nyaata. Yoo eennullee isaan midhuu barbaade akkasuma hin ajjeefaman. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 eennu'llee isaan miidhu'uuf yoo barbaade ibiddi afaan isaaniitii bayee diinnota isaanii ni guba, isaan miidhu'uuf ka barbaadu marrinuu ka du'u bifa kanaan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Eennuunillee miidhuu yoo barbaade, ibiddatu afaan isaaniitii bayee diintota isaanii nyaata. Yoo eennullee isaan miidhuu barbaade akkasuma hin ajjeefaman. Gade chapit la |