Mudhata Yohaannisii 11:15 - WAADAA LAMMATAA15 Maleekkaan torbaffa'aa xurumbaa afuufe. Sami'itti, «Mootummaan adunya'aallee ta Gooftaa keennaa Kiristoosiiti. Inni baraa haga bara baraa mooya» laagaan guddaan jedhu dhagayame. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 Maleyikkaan torbaffaa'llee xurumbbaa isaa ka laali'ii ni afuufe, sami'itti'llee, «Mootummaan biyya lafaa ka Masihicha Waaqa Gooftaa keennaa taatee jirtti, inni baraa haga baraa titti ni mootoma» ka jedhan qooniqqi ol aanttonni ni dhagayaman. Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 Maleekkaan torbeesso'oo xurumbaa afuufe. Sami'itti, laagaan guddaan, «Mootummaan adunya'aallee ta Gooftaa keennaa ta Kiristoosiiti. Inni baraa haga bara baraa mooya» jedhu dhagayame. Gade chapit la |
Teessoollee hin arge. Worra isarra taa'anii baalliin kennameef waan ragaa Yesuusiitiif waan dubbii Rabbiitiif namoota mataan isaanii irraa murame, worra bineensaaf fakii isaatii hin saganne worra malkata kallacha isaaniitiif harka isaanii irratti hin godhanne arge. Kiristoosiin woliinillee woggaa kumaa mooyanii jiraatan.