Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 11:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Aanne'een lammaffa'aa lufeeti, akkasuma aanne'een sadaffa'aa dafee dhufa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Uunisha'aan Lammaffaa dabrre jira, kunoo uunisha'aan sadaffaa dadafaan ni dhufa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Aanne'een lammeesso'oo lufeeti, akkasuma aanne'een sadeesso'oo dafee dhufa.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 11:14
4 Referans Kwoze  

Bajjaan tokko samii wodhakka'aa bararee laagaa gudda'aan waan Maleekkota sadihii xurumbaa afuufu'uuf ta'anii, waan laagaa Maleekkota biraa worra lafa irra jiraataniif isaanii aanne'e! Hennaa jedhu dhagaye.


Aanne'een duraa lufteerti. Kunoo asiin maayii ammallee aanne'ee lamatu dhufa.


Malkataa fi maalalee guddaa biraallee Sami'itti arge. Lolli Rabbii waan isaan irratti raawwatamuuf. Maleekkonni torbaa ka balaa dhumaa torba harkatti qabatan mudhatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite