Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 11:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Raattonni lamaan kunniin worra lafa irra jiraatan waan rakkisaniif isaanitti gammadan gammachu'uun jiraatan, kennaa wolii kennan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Nabiyyoonni lamaan kunniin namoota arddi'ii sarddamisiisanii waan turaniif, namoonni arddii irra jiraatan marrinuu du'a nabiyyootaatiin ni gammadan, gammachu'uun'llee aayyaana ni qopheessan, kennaa'llee wol ni jijjiiran.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Ragoonni lamaan kunniin worra lafa irra jiraatan waan rakkisaniif isaanitti gammadan; gammachu'uun jiraatan, kennaa wolii kennan.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 11:10
29 Referans Kwoze  

Ciniinnattee obsitee ajaja an sii kenne waan eeddeef anillee hennaa ataabee worra adunyaa tana irra jiraatan ataabu'uuf dhufu maraa jalaa si baasa.


Isaanillee hennaa waan kana dhagayan guddisanii aaranii isaan ajjeesu'uuf yaadan.


Adunyaan isin jibbuu hin dandeettu; ani ammoo waan hujiin isi'ii dhara ta'uu isi'itti raguuf ana na jibbiti.


Naaf jettanii nama maraa afo'otti worra jibbame taatan. Ka haga dhumaa jabaate ammoo hin fayya.


Malkata gugurdaa afoo bineensaatitti ta'u saniin worra lafa irra jiraatan hin dogoggorsa. Ka madaa guraade'ee qabuuf, worra lubbu'uun jiraatan fakii bineensa sanii akka godhatan worra lafa jiraatanitti dubbata.


Uumama adunya'aatii jalqabee worri maqaan isaanii kitaaba jireennaa ka hoolaa qalamee keessatti hin barreeffamne, worri lafarra jiraatan maruu hin sagadaniif.


Dhuga'atti gammaddi malee, waan dharaa irratti hin gammaddu.


Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, isin hin boottan mararoo baafattan, biyyi lafaa ammoo hin gammada. Isin hin gadditan. Haata'uu ammoo gaddi keessan gara gammachu'uu jijjiirama.


Maleekkaan shanaffa'aa mijuu teessoo busaaya'aa irratti jisse mootummaan isaallee hin dukkanoofte. Waan dhiphataniif arraba ufii alanshan.


Jawweenillee haga akka gara lafaa darbame arge, dubartii ilma dhiiraa deette san ari'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite