Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 10:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Kitaabattii diqqoo naa kenni jedheen. Innillee, «Fudhadhuutii nyaadhu garaa keellee hin hadheessitii, afaan keetitti ammoo akka dammaa mi'oofti» naan jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Gara maleyikkichaa'llee dhaqee, «Kitaaba shiikkittii maramttuu kaldho'oo naaf kenni» ni jedheen, «Inni'llee fudhadhuutii nyaadhuun, garaa kee keessatti hadhaayaa ni taati, afaan keetitti garuu akka dammaa titti ni mi'ooftti» naan jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Kitaabattii diqqoo naa kenni jedheen. Innillee, «Fudhadhuutii nyaadhu; garaa keellee hin hadheessitii, afaan keetitti ammo akka dammaa mi'oofti» naan jedhe.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 10:9
7 Referans Kwoze  

Miidhaa kunniin fiduun dheekkamsii Rabbii ijoollee hin ajajamne irratti hin dhufa.


Maleekkaa harkaa Kitaabattii diqqoo fudhee nyaadhe. Afaan kiyya keessatti akka dammaa natti mi'oofte, haga nyaadheen maayii garaan kiyya hin hadhaaye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite