Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 10:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Laagaan sami'ii dhagaye deebi'ee yoo natti dubbatu, «Ka'iitii Maleekkaa galaanaa fi lafa irra dhaabatu harkaa kitaaba banamte ta harka isa jirtu fudhadhu» yoo jedhu dhagaye, gara Maleekka'aa dhaqee ti,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Kanaan duubatti sami'ii qooniqqi dhagaye, «Garba ciisa'aa fi arddii irratti harka maleyikkicha dhaabatee irra ka jiru, kitaaba kaldho'oo maramaa deemiitii fudhadhu!» jechu'uun deebisee natti ni dubbate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Laagaan sami'ii dhagaye deebi'ee yoo natti dubbatu, «Ka'iitii Maleekkaa galaanaa fi lafa irra dhaabatu harkaa kitaaba banamte ta harka isa jirtu fudhadhu» yoo jedhu dhagaye; gara Maleekka'aa dhaqee,

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 10:8
4 Referans Kwoze  

Kitaabattii diqqoo banamte harkatti qabateera. Luka isaa ka mirgaatiin galaana irraa, ta biita'aatiin lafa irra dhaabate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite