Mudhata Yohaannisii 10:3 - WAADAA LAMMATAA3 Akka Leenca aaduutitti laagaa gudda'aan iyyee, hennaa iyye gigissaan torbanuu akkuma laagaa isaaniitiin dubbatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa3 Qoonqqa leencca aaduu ka fakkaatu qoonqqa ol aana'aan ni iyye, yeroo iyyetti'llee bakakkaawwan torbanuu qoonqqa isaanii ni dhageesisan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Akka leenca aaduutitti laagaa gudda'aan iyye; hennaa iyye gigissaan torbanuu akkuma laagaa isaaniitiin dubbatan. Gade chapit la |