Mudhata Yohaannisii 10:2 - WAADAA LAMMATAA2 Kitaabattii diqqoo banamte harkatti qabateera. Luka isaa ka mirgaatiin galaana irraa, ta biita'aatiin lafa irra dhaabate. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 kitaaba banamtte diqqoo kaldho'oo maramttuu harkatti qabatee jira ture, miilli isaa ka mirgaa garba ciisaa irra, miila isaa ka bita'aa'llee arddii irra ni kaayate, Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Kitaabattii diqqoo banamte harkatti qabateera. Luka isaa ta mirgaatiin galaana irra, ta biita'aatiin lafa irra dhaabate. Gade chapit la |