Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 10:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Maleekkaa harkaa Kitaabattii diqqoo fudhee nyaadhe. Afaan kiyya keessatti akka dammaa natti mi'oofte, haga nyaadheen maayii garaan kiyya hin hadhaaye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Ani'llee kitaabattii maramttuu shiikkittii kaldho'oo maramaa harka maleyikkichaatii fudhadhee ni nyaadheen, afaan kiyyatti'llee akka dammaa titti natti ni mi'ooftte, eegaa nyaadheen duubatti garuu garaan kiyya hadhaayaa ni ta'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Maleekkaa harkaa Kitaabattii diqqoo fudhee nyaadhe. Afaan kiyya keessatti akka dammaa natti mi'oofte; haga nyaadheen maayii garaan kiyya hin hadhaaye.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 10:10
9 Referans Kwoze  

Kitaabattii diqqoo naa kenni jedheen. Innillee, «Fudhadhuutii nyaadhu garaa keellee hin hadheessitii, afaan keetitti ammoo akka dammaa mi'oofti» naan jedhe.


Gosa hedduu fi worra Yihuudotaa hin taane, «Worra Afaan adda addaa qaaqanii fi mootota marattuu deebitee raaga dubbachuu si barbaachisa» jedhamee natti himame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite