Mudhata Yohaannisii 1:15 - WAADAA LAMMATAA15 Lutti isaa waan akka sibiila ibiddaa keessatti diimeeffame fakkaata. Laagaan isaallee akka laagaa bisaan gudda'aati. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 Miilli isaa'llee akka sibiila diimaa mukukula ibidda keessatti diimatee ni fakkaatan ture, qooniqqi isaa'llee akka qoonqqa fincaayaa bishaan ol aana'aa ni ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 Lutti isaa waan akka sibiila ibiddaa keessatti diimeeffame fakkaata. Laagaan isaa akka laagaa bisaan gudda'aati. Gade chapit la |