Ergaa Yihudaa 1:9 - WAADAA LAMMATAA9 Mikaa'el bulchaan Maleekkotaa ammoo hennaa waan reeffa Muuse'eetiif daabiloosiin wol morme, «Gooftaan si haa teeddeeffatu» jedheen malee, dubbii arrabaa dubbatuu hin uggine. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Itti gaafatamaan maleyikkootaa Mikaa'el'llee waayee reeffa Muse'eetiif sheexanaan woliin yeroo mormmetti, «Gooftaan sitti haa baanatu!» jedheen malee, jecha arrabaa itti hin dubbanne. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Mikaa'el bulchaan Maleekkotaa ammo hennaa waan reeffa Muuse'eetiif daabiloosiin wol morme, «Gooftaan si haa teedeffatu» jedheen malee dubbii arrabaa dubbatuu hin uggine. Gade chapit la |