Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yihudaa 1:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Haala kanaan namoonni kunniin eebjuu eebjatan nafa ufii batteessa'aa baallii Rabbii hin tuffatan. Worra ulfinna qabullee hin arrabsan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Akkuma kana namoonni kunniin eebjjuu isaaniitiin eemarama'aa foon isaanii ni batteessan, aangoo qabeeyyi'iif'llee hin ajajaman, sami'itti ulfinna worra qaban'llee ni arrabissan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Haala kanaan namoonni kunniin eebjuu eebjotan nafa ufii batteessa'aa baallii Rabbii hin tuffatan. Worra ulfinna qabullee hin arrabsan.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yihudaa 1:8
23 Referans Kwoze  

Worra isin bulchuu ajajamaa'a. Isaan baallii Rabbiin itti gaafataman waan qabaniif jabaatanii isin eeganii. Yoo isin isaanii ajajamtan, isaan waan kana gammachu'uun hojjatan; Yoo ta'uu dhabaate gadda'aati hojjatan. Kun ammoo isiniif misha'aa miti.


Nama maraa kabajjaa'a, obboleewwan jaaladhaa'a, Rabbiin sodaadhaa'a, mootii kabajjaa'a.


Phaawuloosillee, «Obboleewwan tiyya! Gadicha hayyicha akka ta'e waan hin benneef bulchaa ummataa irratti waan hamaa hin dubbatin jedhamee dubbii Rabbii keessatti barreeffameera» isaaniin jedhe.


Eennullee mana woyyuu Rabbii yoo diige, Rabbi isa diiga. Manni Rabbii woyyuu waan ta'eef, inni sunillee isin.


Eeganaa namni gorsa kana jibbu, nama jibbuu isaatii miti. Rabbii Ayyaana woyyuu akka isin keessa jiraatuuf kenne san jibbe malee.


Abbootiin keenna isaa ajajamuu didan. Haata'uu ammoo uf irraa isa dhiiban. Yaada ufiitiin gara biyya Misirii deebi'an.


Ka hiriyyaa ufii miidha'aaru ammoo bulcha'aa fi murteessaa akka taatu nurratti eentu si muude?


Worri biyyaa ammoo waan isa jibbaniif, ‹Kun akka nurratti mooyu hin jaalannu› jedhanii worra dhaamsa isatti himu isa faanaa ergan.


Hennaa gara mana sagada Yihuudotaa, gara ajajootaa fi bulchootaa isin harkisan, attamitti yookiin maal akka deebiftaniif hin yaadinaa'a.


Hennaa deebi'u mana duwwaa ta'ee haxaawamee bareedee qophaaye argata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite