Ergaa Yihudaa 1:5 - WAADAA LAMMATAA5 Yoma dursitanii waan kana mara beettan ta'ellee, Gooftaan banii biyya Misiriitii attamitti akka baase, maayii worra amanuu dhaban attamitti akka balleesse isin qaabsiisuu fedha. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Kana mara durssitanii yeroo tokko ka beekittan yoma ta'e'llee, ummata isaa biyya Gibixiitii baasee akka isaan fayyisee fi worra hin amaninii'llee maai'ii akka isaan balleesse, isin yaadachiisu'uuf ni jaaladha. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Yoma dursitanii waan kana mara beettan ta'ellee, Gooftaan banii biyya Misiriitii attamitti akka baase, maayii worra amanuu dhaban attamitti akka balleesse isin qaabsiisuu fedha. Gade chapit la |
Haata'uu ammo worri Yihuudii hin taane, Ayyaana Woyyu'uun woyyomanii ciincaa jaalatamaa akka ta'an, Oduu Nagayaa ka Rabbiitiif akka gadichaatitti tajaajilaa, worra Yihuudii hin taaneef tajaajilaa Yesuus Kiristoosii akka ta'u, sababa badhaadhummaa Rabbiin biraa naa keennameen deebi'ee isin hubachisu'uuf jedhee, bakka tokko tokkotti uggiiti'iin isinii barreesse.