Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yihudaa 1:25 - WAADAA LAMMATAA

25 ka ufummatti Waaqaa fi qorichaa, barootaan dura, ammaa haga bara baraa, maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin ulfinni, gaachenni, hunninii fi baalliin haa dhufu! Amiin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Inni qoftti Waaqa qorichaa keenna ka ta'e karaa Gooftaa keenna Yesus Kristositiin, duri irraa jalqabee, amma'llee, bara baraaf'llee ulfinnaa fi gachena, huminnaa fi aangoon isaaf haa ta'u! Ameen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 ka ufumatti Waaqaa fi qorichaa, barootaan dura, ammaa haga bara baraa, maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin ulfinni, gaachenni, hunninii fi baalliin haa dhufu! Amiin.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yihudaa 1:25
32 Referans Kwoze  

Ka ufumatti Waaqa ta'e, ka hin bannee fi hin mudhanne, mootii bara baraatiif galanninii fi ulfinni baraa haga baraa haata'u! Amiin.


Isin ka wolii ulfinna kennitan ulfinna Rabbii tokkicharraa dhufu worri hin barbaanne attamitti amanuu dandeettan?


Maruu isarraa, isaan, isaaf waan ta'eef, bara baraan isaaf ulfinni haata'u! Amiin!


Yesuus Kiristoos kalleessa, adhaa haga bara baraa sanuma.


Rabbii Abbaa isaatii akka hojjannuuf jeennata Abbaa isaatii gadicha akka taanu nu taasisee, baraa haga bara baraa ulfinninii fi hunni isaa haa ta'u! Amiin.


Abdii eebbifamaa keennaa, innillee mudhata kabajjamaa Rabbiin keenna gudda'aa fi qoricha keennaa Yesuus Kiristoosiin eega'aa uf qaba'aa bara kana qajeellumma'aan Waaqa fakkaata'aa bara kana akka jiraannu nu barsiisa.


Rabbii ufumatti ogummaa qabuu maqaa Yesuus Kiristoosiitiin baraa haga bara baraa ulfinni haata'u! Amiin.


Hamaa jalaa nu baasi ataabe'etti nu hin galchin, [jeennanni, hunni, ulfinnillee baruma baraan tanteeti Amiin!]


Karaa woldaa Kiristaanaatii fi karaa Kiristoos Yesuusiitiin baraa haga bara baraa ulfinni Rabbiif haata'u! Amiin.


Isin waan hin beennee sagaddan; nu ammoo fayyinni karaa Yihuudotaatiin waan ta'eef, ka beennuuf saganna.


Badhaadhumma'aa fi beekkomsa Gooftaa keennaa Yesuus Kiristoosiitiin guddadhaa'a. Isaaf ammallee baraa haga bara baraa ulfinni haa ta'u! Amiin.


Ana Simoon Pheexroos ka ergama'aa fi garbicha Yesuus Kiristoosii ta'e irraa, worra karaa qajeellummaa Waaqa keennaatii fi fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosiititti amananiif;


Namni kamuu yoo dubbatu akka dubbii Rabbiititti haa dubbatuu. Ka tajaajilu, hunna Rabbi naa kenneen jedhee haa tajaajiluu. Ulfinnaa fi baalliin baraa haga bara baraatitti karaa Yesuus Kiristoosiitiin Rabbiif haa ta'u! Amiin.


Haata'uu ammoo Rabbi qorichi keenna, arjumma'aaf, nama jaalachu'uun, hennaa dhufe haga araara ufiitiin karaa dhiqata lammaffaa dhalatu'uutiif,


Uduu hin mormineef hin hanne amanamummaa mishaa mara akka argisiisan isaan gorsi.


Rabbi qorichi keenna namoonni maruu akka fayyaniif dhugaa maraa akka beekan jaalatu afo'otti wonti mishaanii fi ka nama gammachiisu kana.


Ogummaan guddaan Rabbii ka adda addaa amma karaa woldaa amanta'aatiin, worra samii irra jiraniif bulchootaa fi worra baallii qabanitti akka beekkamuuf.


Badhaadhaa fi ogummaa sammuu kenna maraa keessatti nuu dhangalaase.


Durummaan ogummaa Rabbiitiif beekkomsi Rabbii hagam gadi fagaata! Murteen isaa ka hin qoratamne; karaan isaallee ka hin beekamne.


Garaan kiyyallee Waaqa fayyisaa kiyyatti hin gammada.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite