Ergaa Yihudaa 1:23 - WAADAA LAMMATAA23 Garii ibidda keessaa buta'aa hambisaa'a, garii worra uffanni isaanii hawwii fooniitiin xuraaye jibbaa'a, araara sodaa uf keessaa qabuun isaanii dhiisaa'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa23 Tokko tokkoo'llee ibiddaa keessaa baasa'aatii isaan fayyisaa, kaanniinf soda'aan garaa laafa'aafii, ta'u'llee cubbu'uun ka battaaye qaama isaanii uffatuma tuqe'llee, uduu hin hafin jibbaa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu23 Garii ibidda keessaa buta'aa hambisaa'a; garii worra uffanni isaanii hawwii fooniitiin xuraaye jibbaa'a, araara sodaa uf keessaa qabuun isaanii dhiisaa'a. Gade chapit la |