Ergaa Yihudaa 1:20 - WAADAA LAMMATAA20 Isin ammoo jaalaloota tiyya, amantaa keessan ka waa maraa caalaa qulqulluu ta'een uf ijaaru'uuf jabaata'aa Ayyaana woyyu'uun faateffadhaa'a! Gade chapit laWaadaa Haarawa20 Isin garuu yaa waaheloota, maraa olitti amantii keessan ka Qulqulluu ta'eef mataa keessan ijaaru'uuf hisadhaa, Hafuura Qulqullu'uun'llee himnna isiniif ni kadhadhaa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu20 Isin ammo jaalalloota tiyya! amantii keessan ka waa maraa caalaa qulqulluu ta'een uf ijaaru'uuf jabaata'aa Ayyaana woyyu'uun Rabbiin kadhadhaa'a! Gade chapit la |