Ergaa Yihudaa 1:18 - WAADAA LAMMATAA18 Isaan bara dhumaa cubbuu isaaniitiif halcha badaa ufiitiin deema'aa worra Asheessu waan isaaniin jedheef. Gade chapit laWaadaa Haarawa18 Isaan, «Bara muumme'ee titti fedhii Waaqaa irraa ka fagaatan, fedhii hamaa mataa isaanii ka horddofan baldditoonni ni dhufan» isaaniin jedhanii turan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 Isaan «worra bara dhumaa cubbuu isaaniitiif halcha badaa ufiitiin deema'aa worra Asheessu» waan isaaniin jedheef. Gade chapit la |