Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yihudaa 1:17 - WAADAA LAMMATAA

17 Isin ammoo jaalatamtoota tiyya dubbii Gooftaa Yesuus Kiristoosii ka ergamtoonni dursanii dubbattan qaabadhaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

17 Isin garuu yaa waahelloota! Ergamittoonni Gooftaa keenna Yesus Kristosii asiin durana dubbii dubbatan yaadadhaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

17 Isin ammo jaalatamtoota tiyya dubbii Gooftaa Yesuus Kiristoosii ka ergamtoonni dursanii dubbatan qaabadhaa'a.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yihudaa 1:17
8 Referans Kwoze  

Nu ka Rabbiiti, ka Rabbiin beeku, nu dhagaya, namni nama Rabbii hin taane nu hin dhagayu, Ayyaana dhuga'aatii fi Ayyaana sobaa kanaan adda baafanna.


Innillee gari garii ergamoota, kuuwwan raattota, kuuwwan worra Oduu Nagayaa lallabuu, kuuwwanillee tisse'ae fi barsiisoota akka ta'an kennaa kenne.


Akkanuma dadhaba'aati dhibamtoota akka gargaartan, inninuu ka fudhatu caalaa ka kennutu ka eebbifame akkuma jedhe, dubbii Gooftaa Yesuusii kana akka qaabattan waan barbaachisuuf maraa isinitti mudhiseera.


Hundee ergamtootaatii fi raattotaa irratti ijaaramtaniirtan. Utubaan dhaga'aallee Yesuus Kiristoos.


Nullee fayyinna guddaa akkanaa kana yoo lash itti jenne, attamiin jalaa baana. Kun dura waan Goofta'aan himamee tureef; worri dhagayanillee nuu cimsan.


Obboleeyyan tiyya! Waan fayyinna keennaa uduu isiniif barreessu waan amantaa woyyootaa hennaa tokko kennamee, jabaattanii akka falmattan isin gorsa'aa isinii barreessuun barbaachisaa akka ta'e arge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite