Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yihudaa 1:14 - WAADAA LAMMATAA

14-15 Heenokiin yoo Aadamiin irraa jalqabnee laakkofne torbaffa'aa; waan cubbuu isaan godhan maraaf, «Gooftaan akka maraa irratti murteessu, waan worri hammeeyyiiniif cubbamoonni isa irratti dubbatan waan gar-jabeenna maraatiif cubbamootatti murteessu'uuf woyyoota shikitaa woliin dhufeera» jedhee isaanitti raaga dubbateera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Addaamiin irraa jala qabee dhaloota torbaffaa ka ta'e Heenok yoo dubbatu akkana jedhee jira, «Kunoo Waaqinni maleyikkoota isaa Qulqullaayomota kuma harka kumaatamaa woliin ta'ee, mara irrattuu murtteessu'uuf ni dhufa,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Heenokiin yoo Aadamiin irraa jalqabnee laakkofne torbeessoon waan namoota kanniinii akkana jedhee raage, «Kunoo Gooftaan woyyoota kumaa fi kitila woliin deebi'ee dhufa»

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yihudaa 1:14
18 Referans Kwoze  

Ilmi namaa maleekkota ufii woliin ulfinna Abbaa ufiitiin hin dhufa, achiin maayessa maraafuu akka hujii isaatitti gatii isaa hin kennaaf.


Yesuus ammallee, «Ilmi Namaa ulfinna ufiitii fi Maleekkota Rabbii maraa woliin hennaa dhufu, teessoo ulfinnaa ka ufii irra taa'a.


Inni duumeessaan dhufa, ijji maruu isa argiti, worri isa woraanellee hin argan. Baniin adunyaa tana irraa maruu sababaa isaatiif gadda'aa booyan. Ee! Akkasuma ta'a. Amiin.


Haata'uu ammoo gara gaara Tsiyooniitii fi gara ganda Rabbii jiraata'aa bira geettaniirtan. Gara Yeruusaalemii, gara worra sami'itti gammachu'uun wolgayaniiranii, gara Maleekkoota laakkoofsaa olii,


Achiin maayessa naannaya teessoo busaawotaatiif mangudootaatitti laagaa Maleekkaa hedduu dhagayee, laakkofsi isaanillee shikita hennaa shikitaatiif kuma hennaa kumaatamaati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite