Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yihudaa 1:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Kunniin ammoo worra hin beenne maraa hin arrabsan. Akka bineensota sammuu hin qabnee juu jedhanii woma beekanniin badan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Namoonni kunniin garuu hubachuu waan dadhaban maraafuu nama ni arrabissan, akka beeyiladoota sammuu uumamaan hin qabnee titti'llee, waanuma miira isaanii ka uumamaan beekan yoo jiraate'llee, isaan ni badan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Kunniin ammo worra hin beenne maraa hin arrabsan. Akka bineensota sammuu hin qabnee juu jedhanii woma beekaniin badan.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yihudaa 1:10
4 Referans Kwoze  

Namoonni kun ammoo waan ufii hubatuu dadhabanii arrabsan; isaan akka bineensa bosonaa ka qalbii hin qabnee ka miira isaaniitiin badaniititti, isaanillee balleessaa ufiitiin badan.


Worra Yihuudota hin taane ka seera hin qabne, amala ufiitiin waan seera uumamaa yoo godhan isaan yoo seerallee hin qabaanne, ufumaa seera ufii waan qabaniif,


Dhumti isaanii badi'i. Waandhi isaanii garaa isaaniiti, ulfinni isaanii shiingaa isaaniiti; yaanni isaanillee woma lafaatti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite