Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 5:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Mindaan isin worra midhaan keessan haaman dhooggattan sun hin iyya, iyyi worra midhaan keessan haamanii gurra Gooftaa banii maraa seeneera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Haa ta'u malee qonna keessan keessa haama'aa hojjattoota oolaniif gatii isaanii waan hin kafaliniif kunoo, qooniqqi mormi'ii ka iyyaanssa isaanii ni dhagayama, iyyaanssa worra callaa sasaabddotaa'llee, Gooftaan hooma'aa dhagayee jira.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Mindaan isin worra midhaan keessan haaman dhooggattan sun hin iyya; iyyi worra midhaan keessan haamanii gurra Gooftaa banii maraa seeneera.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 5:4
23 Referans Kwoze  

Isaayyaasillee akkasuma, «Gooftaan maraa danda'u uduu fiixaa nuu hanbisuu dhabaatee, silaa akkuma Soodomiitii fi Goomoora'aa banna» jedhee firrisee dubbate.


Rabbi ammoo worra isaaf filataman ka halkanii fi guyyaa gara isaa iyyaniif murtii qajeelaa hin murteessuufii ree?


Isinillee gooftoota! Samii irraa Gooftaa akka qabdan waan beettaniif garboota keessanii qajeellumma'aa fi fayyaalumma'aan isaan gargaaraa'a.


darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Midhaan haamamu gudda'a worri haamu ammoo hago'o.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite