Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 5:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Qabeenni keessan badeera. Uffanni keessan xiinxana'aan nyaattameera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Qabeenni keessan marrinuu shamee jira. Uffata keessan'llee biliin nyaatee jira.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Qabeenni keessan badeera; uffanni keessan xiinxana'aan nyaattameera.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 5:2
10 Referans Kwoze  

Qabeenna keessan gurgura'aatii worra hiyyeeyyi'ii kennaa'a. Hulee hattuun itti hin dhiyaanneef bakka xiinxanaan hin balleessinetti qabeenna hin dhumanne ka sami'iititti korojoo hin moofnetti ufiif kaayadhaa'a.


Namni uffata bareedaa uffatee, qubee worqi'ii godhatee, walgayii keessan yoo seeneef, hiyyeessi uffata xurii uffate ammoo yoo seene,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite