Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 5:17 - WAADAA LAMMATAA

17 Eliyaas namuma akka keennaa ture, akka Roobni hin roobne jabeessee kadhate. Biyya lafaa irratti woggaa sadiif ji'a jahaa hin roobne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

17 Eliyaas'llee akkuma keenna nama ni ture, garuu roobinni akka hin roobinneef cimssee yeroo kadhatetti, woggaa sadihii fi wolakka'aaf arddii irratti roobinni woyiituu hin roobinne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

17 Eliyaas namuma akka keennaa ture, akka Roobni hin roobne jabeessee Rabbiin kadhate. Biyya lafaa irratti woggaa sadihii fi ji'a jahaa hin roobne.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 5:17
7 Referans Kwoze  

Ani dhugamaan isiniin jedha, bara Eeliyaasii raattichaatitti woggaa sadihii fi ji'a jahaa roobni caamee, beelli jabaan biyya maraa irratti hennaa bu'e, Biyya Isiraa'elii keessatti haati hiyyeeyyi'ii heddutu ture.


Ji'oota raanni kun dubbatamu roobni akka hin roobneef samii cufu'uuf baallii qaban, bisaan hennaa gara dhiigaa jijjiiruu barbaadan maraa bala'aan lafa maraa dhayu'uuf baallii qaban.


«Isin namoota nana, maaf kana gootan? Nullee ammoo namuma akka keessaniiti waan duwwaa kana irraa gara Rabbii jiraataa ardii, samii, galaanaa fi waan galaana keessa jiraatu mara uumee akka deebitaniif Oduu Nagayaa isinitti lallabna.


Pheexroosillee, «Ka'i! Anillee namuma akka keetii ti» jedhee isa kaase.


Rabbi banii duraan beeke hin ganne. Isin waan Eliyaasii attamitti akka Rabbiin afo'otti Israa'eliin himate kitaabni maal akka jedhe hin beettanii?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite