Ergaa Yaaqoob 5:14 - WAADAA LAMMATAA14 Isin keessaa ka dhukkubsate eennullee yoo jiraate, bulchitoota Woldaa Kiristaanaa gara ufii haa waamatuu; maqaa Goofta'aatiin zayiti ibsanii haa kadhataniifii. Gade chapit laWaadaa Haarawa14 Isin jiddu'uu naminni dhukkubissate yoo jiraate qeesonni woldaya amanti'ii yookiin jaarsotii gara isaa haa waamu, isaan'llee dhibamaa maqaa Gooftaa Yesus Kristositiin zayiitii dibanii, haa kadhataniif. Gade chapit laKitaaba Woyyuu14 Isin keessaa ka dhukkubsate eennullee yoo jiraate, bulchitoota Woldaa Kiristaanaa gara ufii haa waamatuu; maqaa Goofta'aatiin sayitii ibsanii haa kadhataniifii. Gade chapit la |