Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 5:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Isin keessaa namni rakkoon irra gaye eennullee yoo jiraate inni haa kadhatuu. Ka gammade eennullee yoo jiraate inni haa faarsuu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Isin jiddu'uu naminni rakkinni isa irra gaye yoo jiraate haa kadhatu, naminni gammade'llee yoo jiraate Waaqa galateeffachu'uun, haa faarffatu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Isin keessaa namni rakkoon irra gaye eennullee yoo jiraate inni haa kadhatuu. Ka gammade eennullee yoo jiraate inni haa faarsuu.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 5:13
34 Referans Kwoze  

Faaruu faarfachu'uun weedduu Ayyaanaatiin woliin qaaqaa'a. Goofta'aaf garaa keessan keessatti weeddisa'aa faarfadhaa'a.


Innillee hennaa lafa tana irra jiru laagaa gudda'aaf imimmaaniin faate'ee fi kaawwanii kadhachu'uun gara Waaqa isa hambisuu danda'uutitti dhiyeesse. Gadi uf qabee waan ajajameef Rabbi kadhaa isaa dhagayeef.


Teessoo afo'otti busaayota arfanii fi afoo manguddootaatitti faaruu haarawa faarfatan. Worra lafa irratti fayyan keessaa kuma dhibba tokkoo fi kuma afurtamii afurii malee faaruu san baratuun eennufillee hin danda'amne.


Innillee dhiphatee jabaatee faateffate. Fuuruun isaa akka dhiigaa lafatti coccophe.


Faaruu haga faarsaniin maayessa gara gaara ejersaa ol bayan.


Laagaa gudda'aan, «Fayyinni Waaqa keenna ka teessoo irra ta'ee fi ka hoolaa Rabbiiti» jedhan.


Eeganaa obboleeyyan tiyya! maali'i? Hennaa wolgeettan maraafuu faaruu, barumsa, mudhata, afaan harawaan dubbatu'uu fi ka hiikullee maruu ijaaru'uuf haata'u.


Yesuusiin, «Gooftaa kiyya, mootummaa keetiin hennaa dhuftu na qaabadhu!» jedhe.


Eeganaa maal godhuu? Ayyaanaan faateffadha; Akkasuma sammu'uunillee hin faateffadha; Ayyaanaan hin faarfadha; akkasuma sammu'uunillee hin faarfadha.


Obboleeyyan tiyya, raattota maqaa Goofta'aatiin dubbatanii turan san, akka fakkeenna rakkinna obsu'uutitti laalaa'a!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite