Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 5:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Obboleeyyan tiyya, waamaraa dura ardi'ii fi sami'itti waan biraallee yoo ta'e womaanuu hin kakatinaa'a! Haata'uu ammoo murtii jalatti akka hin kufne dubbiin keessan ee yoo ta'e, «Ee» jedhaa'a; wa'a yoo ta'e, «Wa'a» jedhaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Yaa obboleeyyan! waan maraa olitti sami'iin yookiin arddi'iin yookiin waan bira'aa womaanuu hin kakanna, haasofnni keessan eetii yoo ta'e dhugamaanuu eetii haa ta'u, mitii yoo ta'e'llee dhugamaan mitii haa ta'u, akkana ta'uu yoo dhabaate garuu isinitti ni muritteeffama.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Obboleeyyan tiyya! waa maraa dura ardi'ii fi sami'iin waan biraatiinillee yoo ta'e womaanuu hin kakatinaa'a! Haa ta'uu ammo akka murtii jalatti hin kufne dubbiin keessan yoo ee ta'e, «Ee» jedhaa'a; yoo wa'aa ta'e, «Wa'a» jedhaa'a.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 5:12
9 Referans Kwoze  

Jaalalti cubbuu hedduu waan dhossituuf, waa maraa dura jabeessa'aa wol jaaladhaa'a.


Eennullee yoo beelayee jiraate, hennaa wolgeettan akka murtii isinitti hin taane, mana ufiititti haa nyaatuu, waan hafellee hennaa dhufe isinitti hima.


Jaalalloo kiyya, lubbuun tee akka misha'atti akka jiraattu, wonti maruu akka wol-siiqixxaayatuuf akka fayyaa qabaattu Rabbiin sii kadhadha.


Obboleeyyan jaalatamtoota, hin sobaminaa'a.


Kanaafuu obboleeyyan jaalatamtan, namni maruu dhagayu'uuf ariifataa'a, dubbatu'uuf suuta, worra aari'iifillee hin ariifanne ta'aa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite