Ergaa Yaaqoob 4:9 - WAADAA LAMMATAA9 Cinqama'a, gadda'a, booya'a kolfi keessan gara gaddaa, gammachuun keessanillee gara gadda haa jijjiiramuu. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Sarddamaa, gaddaa, booyaa, kolffi keessan gara booyaa titti, gammachuun keessan'llee gara gaddaa titti haa jijjiiramu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Cinqamaa'a, gaddaa'a, booyaa'a kolfi keessan gara gaddaa, gammachuun keessanillee gara gaddaa haa jijjiiramuu. Gade chapit la |