Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 4:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Badhaadha guddisee kenna; kanaafuu Rabbi worra uf jajuun hin morma; worra kaso'oo fi ammo badhaadha isaanii kenna.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Ta'u''llee kitaabnni, «Waaqinni ufi tuulttota ni morma, gara laafeyyi'iif garuu kennaa isaa ka bilisaa ni kenna» waan jedhuuf, kennaan bilisaa ka Waaqinni kennu, maraa ni caala.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Badhaadha guddisee kenna; kanaafuu Rabbi worra uf jajuun hin morma; worra kaso'oo ammo badhaadha kenna.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 4:6
34 Referans Kwoze  

Namni boonu maruu hin salphata. Namni gad uf qabu maruu hin kabajjama.»


Kanaafuu ka'imman! Manguddootaa fi ajajamaa'a, marti keessanuu wol jaalachu'uun wol gargaara'aatii kasummaa akka uffataa uffadhaa'a. «Rabbi worra uf jaju hin morma;, worra kaso'oo ammoo badhaadha kenna»


Ka ol uf qabu maruu hin salphata. Ka gadi uf qabu ammoo hin kabajjama.»


Ani akkana isiniin jedha. Namicha fariisicha san irra namichi qaraxa guuru sun Rabbiin afo'otti qajeelaa ta'ee gara mana ufii deebi'e, namni ol uf qabu maruu hin salphata. Namni uf salphisu ammoo hin kabajjama.


Bulchoota teessoo isaanii irraa buusee, worra gad aanaa ol kaase.


Ka qabuuf, itti eda'amee waan kennamuuf heddu ta'aaf, ka hin qabne ammoo ka qabu sunuu irraa fudhatama.


Gooftaa afo'otti mataa keessan gadi uf qabaa'a. Innillee ol isin qabaa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite