Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 4:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Moo ka kitaabni, «Hafuurri nu keessa hinaaffa'aan hawwa» jedhu sun waan akkanumaan dubbate seetanii? Haata'uu ammoo badhaadhummaa caalu kenna. Waan akkanumaan dubbate seetanii?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Akkuma kana kitaabnni Qulqulluun, «Hafuurri Waaqinni isin keessa bulche isa qofaaf akka taanu, ciminnaan ni hawwa» ka jedhee, tasaan moo?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Moo ka kitaabni, «Hafuurri nu keessaa hinaaffa'aan hawwa» jedhu sun waan akkanumaan dubbate seetanii? Haa ta'uu ammo badhaadhummaa caalu kenna. Waan akkanumaan dubbate seetanii?

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 4:5
24 Referans Kwoze  

Manni Rabbii woyyuun, waaqa tolfamaa woliin firooma maal qaba? «Nu mana woyyuu Rabbii jiraata'aa waan taaneef, akkasuma Rabbi akkana jedhee dubbate; Ani isaan keessa jiraadha, isaan wodhakkaa deddeebi'a; Waaqallee isaanii ta'a. isaanillee banii kiyya ta'an»


Moo nafa keessan ka Rabbiin irraa fudhattan ka isin irra jiru mana woyyuu Ayyaana Woyyu'uu akka ta'e hin beettanii? Gati'iin waan bitamtaniirtaniif isin ufiifii miti. Kanaafuu nafa keessaniin Rabbiin kabajjaa'a.


Nullee akkasuma duraan worra waa hin hubanne, ka hin ajajamne, worra dogoggoru, haawwi'ii fi gammachuu foonii ka adda addaatiif garbicha taanee, hammeennaa fi hinaaffa'aan worra jiraatu, worra wol-loluu fi worra wol jibbu turre.


Kitaabnillee Rabbiin worra Yihuudii hin taane amanta'aan qajeelchu dursee argee, «Baniin maruu siin eebbifama» jedhamee Oduun Nagayaa Abrahaamiif dursee himameera.


«Obboleeyyan Yooseefii isatti hinaaftee garbicha akka ta'uuf biyya Misiriititti gurguratteen. Rabbi ammoo isa woliin ture.


Kitaabni diiggamuu waan hin dandeenneef, worra dubbiin Rabbii dhufeef sanniiniin kitaabni woyyuun, ‹Isin waaqota› yoo isaaniin jedhe,


Hammeenna, luquna, dhara maraan guuttaman; hinaaffaa, lubbuu ajjeesuu, mormii, amala dharaatii fi hammeennaan guuttaman.


Kitaabni, Fari'ooniin ani hunna tiyya sitti mudhisu'uuf, «Maqaa kiyyallee biyya lafaa maraa irratti akka dubbatamu kanaaf si kaase» waan jedhuuf.


Akkasuma kitaabni biraallee, «Worri woraane hin arga» jedha.


Akka Kiristoos fiixaa Daawitii keessaa dhalatuu fi akka inni Beeteliheemii qachaa Daawitiitii dhufu kitaabni hin dubbatuu?» jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite