Ergaa Yaaqoob 4:17 - WAADAA LAMMATAA17 Eegasuu waan mishaa beeka'aa nama hin gooneef cubbu'u. Gade chapit laWaadaa Haarawa17 Eegaa waan mishaa raawwachuu uduu beeku naminni hin raawwanne, raawwachuu dabuun isaa isatti cubbuu ni ta'a. Gade chapit laKitaaba Woyyuu17 Eegasuu nama waan mishaa beeka'aa hin gooneef cubbu'u. Gade chapit la |