Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 4:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Amma ammoo isin boontanii uf jajjan. Uf jajuun akkasii martinuu hama'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Isin garuu kana jechuu irra ufi tuulummaa keessaniin ni dhaadattan, ufi tuulummaan akkanaa kun marrinuu hama'a.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Amma ammo isin boontanii uf jajjan. Uf jajuun akkasii martinuu hama'a.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 4:16
11 Referans Kwoze  

Uf jajuun keessan misha'aa miti, raacitiin diqqoon bukoo maraa akka bukeessu hin beettanii?


Haguma isiin uf kabajjiteef haga uf boonsiteen miidha'aa fi gadda isi'ii kennaa'a. Onnee isi'ii keessatti, «Ani mootittii ta'ee jiraadha, haadha hiyyeessaa hin ta'u, horomaa hin gaddu» waan jetteef.


Hadhaan hinaaffa'aa fi wol qooduun garaa keessan keessa yoo jiraate, kanaan uf hin jajinaa'a. Dhugaa malee soba hin dubbatinaa'a.


Wonti adunyaa keessa jiru maruu: dharraa foonii, waan ija namaatitti bareedu, hori'iin boonuun waan adunya'aati malee, ka Aabba'aatii miti. Eennullee adunyaa tana yoo jaalate, jaalalti Rabbii isa keessa hin jiru.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite