Ergaa Yaaqoob 4:15 - WAADAA LAMMATAA15 Bikka san, «Yoo Gooftaan jedhee fi yoo jiraanne, kana yookiin san goona» jechuu barbaachisa. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 Kana irra isin jedhuun ka malu, «Gooftaan yoo eeyyameef yoo jiraanne kana yookiin san ni raawwanna» jechu'u. Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 Bikka san, «Yoo Gooftaan jedhee fi yoo jiraanne, kana yookaan san goona» jechuu barbaachisa. Gade chapit la |