Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 4:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Isin waan boru ta'u waan hin beenneef, jiruun keessan maali'ii? Isin akka hurrii hennaa diqqoo mudhatee baduu ti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Boru waan ta'u hin beekittan, lubbuun teessan maali'i? Isin yeroo tokkoof mulidhatee, booda ammoo akka duumessa maa'ii baduuti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Isin waan boru ta'u waan hin beenneef, jiruun keessan maali'i? Isin akka hurrii hennaa diqqoo mudhatee baduuti.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 4:14
17 Referans Kwoze  

Kanaaf Kitaabni Woyyuun «Worri foon uffatan maruu akka margaati, ulfinni isaa maruu akka daraaraa raasa'aati, margi hin goga; daraaraaniillee hin harca'a.


Adunyaaniif dharraan isi'ii hin lufti. Namni fedhii Rabbii raawwatu ammoo bara baraan jiraata.


Dureessi yoo gadi uf qabe, haa boonuu. Qabeennillee akka daraaraa margaa waan lufuuf.


Haata'uu ammoo dhumti waa maraatuu dhiyaateera. Kanaafuu akka nama sammuu qabuutitti yaadaa'a. Akka Rabbiin kadhatuu dandeettan hagatti jiraadhaa'a, uf qabaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite