Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 4:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Ammallee, «Adha yookiin boru gara qachaa sanii deemnee woggaa tokko achi jiraanna. Daldalannee bu'aa buufanna» worri jettan, asi laalaa'a!

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Isin, «Adha yookiin boru gara magaalaa akkanaa deeminnee achi'llee woggaa tokkoof ni teenna, daldallee'llee ni buufanna» ka jettan, ufi eeggadhaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Ammallee worri, «Adha yookaan boru gara qachaa sanii deemnee woggaa tokko achi jiraanna. Daldalannee bu'aa buufanna» jettan, as laalaa'a!

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 4:13
11 Referans Kwoze  

Ammallee isin dureeyyiin rakkinna isin irraa gayuuf ani bade ani bade jedha'aa booyaa'a.


Worri booyanillee akka waan hin boonnee, ka gammadanillee akka waan hin gammannee, worri bitanillee akka waan womaa hin qabnee haata'anii.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite