Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 4:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Ka seera kennuuf ka murteessu tokko. Innillee ka fayyisu'uuf ka balleessuu danda'u. Ati eennu ka nama biraatitti murteesitu?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Seera ka kennuu fi ka murtteessu Waaqa tokko qofa, fayyisu'uu fi balleessu'uuf'llee ka danda'u isa qofa, eegaa, nama irratti ka murtteessitu ati eennu ree?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Ka seera kennuu fi ka murteessu tokko. Innillee ka fayyisu'uuf ka balleessuu danda'u. Ati eennu ka nama biraatitti murteessitu?

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 4:12
11 Referans Kwoze  

Ati garbicha biraa irratti ka murteessitu eennu? Inni yoo dhaabate yookiin yoo kufeellee ka itti murteessu Gooftaa isaa ti. Haata'uu ammoo Rabbi waan isa dhaabuu danda'uuf hin dhaabata.


Kanaafuu ati namni nama biraatitti murteessitu maruu waan itti sababatu hin qabdu. Ka biraa irratti wonta murteesitu sanniin uf irrattillee waan murtessituuf ati murteessaan woma san waan gootuuf.


Worra Foon namaa ajjeesee lubbuu ammoo ajjeesuu hin dandeenne hin sodaatinaa'a. Rabbii lubbu'uu fi foonillee asaaba keessatti gatuu danda'u sodaadhaa'a.


Obboleeyyan tiyya! Akka isinitti hin murtoofneef wolitti hin gururi'inaa'a! Kunoo abbaan murti'ii balbala afoo dhaabateera.


Waan isaaniitiif Rabbiin kadhachu'uuf, hennaa maraa lubbu'uun jiraata. Kanaaf, worra karaa isaatiin gara Rabbii dhufan sirima isaan fayyisuu danda'a.


Eeganaa adha irraa jalaqabee nu maruu akka wol irratti hin murteessine caala'aatti ammoo eennullee obboleessa ufiititti guufuu yookiin sakaallaa akka hin taane kana murteeffadhaa'a.


Haata'uu ammoo ati nama nana, ati ka deebii Rabbiif deebiftu eennu? Hujiin abbaa hujuun, «Maali'iif akkana gootee naa hujje?» jedhaanii?


Ani ammoo waan sodaattan isinitti hima. Ka haga ajjeeseen maayessa gara asaabaa gatu'uuf baallii qabu sodaadhaa'a!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite