Ergaa Yaaqoob 4:1 - WAADAA LAMMATAA1 Woranninii fi lolli eessaa isin bira dhufani? woraana halcha qaama keessan woraanu irraa mii? Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Isin jidduu woraanni jiruu fi wol dhabbinni, eessaa ka dhufe? Qaama keessan keessatti ka isin woraanu fedhii keessan ka foonii irraa ka dhufee mitii ree? Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Woranninii fi lolli eessaa isin bira dhufan? woraana halcha qaama keessan woraanu irraa mii? Gade chapit la |