Ergaa Yaaqoob 3:8 - WAADAA LAMMATAA8 Haata'uu ammoo eennullee arraba ufii leenjisuu hin danda'u. Hadhaa nama ajjeessuun guutamee fi hamaa gara hin qabne. Gade chapit laWaadaa Haarawa8 Garuu arraba leenjisu'uuf ka danda'u eennu'llee hin jiru, summiin ajjeesu ka itti guutee fi boqannaa ka hin qabnne waan hamttu'u. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Haa ta'uu ammo eennullee arraba ufii leenjisuu hin danda'u. Hadhaa nama ajjeesuun guutamee fi hamaa gara hin qabne. Gade chapit la |