Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 3:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Akkasuma markaboonni hagamillee guddaa ta'anii, qilleensaan yoo oofamanillee namichi oofu gara ufii fedhe ooftu'uun markaba baayi'ee diqqo'oon gara ufii fedhe oofa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Dooniin yoma guddaa ta'ee fi bubbee cima'aan ka dhiibamu yoma ta'e'llee, konkolaachisaan dooni'ii dhayata diqqittii ittiin dhayatuun, gara bakka barbaaduu titti ni oofaan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Akkasuma markaboonni hagamillee guddaa ta'anii, qilleensaan yoo oofamanillee namichi markaba oofu ooftuu markabaa diqqo'oon gara ufii fedhe oofa.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 3:4
8 Referans Kwoze  

Dambaliin yabala liqimsuu geennaan guddisanii raafaman; hennaa san Yesuus rafeera.


Wonti martinuu Abbaa kiyya irraa naa kennameera. Abbaa malee ka Ilma beeku hin jiru. Akkasuma Ilma isaatii fi worra Ilmi isaa itti mudhisutu Abbaa beeka malee, eennullee ka Abbaa beeku hin jiru.


Ajajaan loltuu dhibbaa ammoo ka Phaawuloos dubbate caalaa ka markaba oofuuf abbaa markabaa amana.


Akka faradoonni nuu ajajamtuuf lugaama afaan isaaniititti goonee, gara feene geessina.


Akkasuma arrabni waan diqqoo ta'ee uduu jiru waan gudda'atti dhaadata. Ibiddi diqqoon bosona guddaa attamii gubidi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite