Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 3:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Akka faradoonni nuu ajajamtuuf lugaama afaan isaaniititti goonee, gara feene geessina.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Farddi akka nuuf ajajamuuf afaan isaa titti lugaama ni galichina, farddi'llee gara bakka barbaanuu titti ni eemarraan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Akka faradoon nuu ajajamtuuf lugaama afaan isaaniititti goonee gara feene geessina.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 3:3
7 Referans Kwoze  

Namni arraba ufii uduu hin eenne, onnee ufiitiin dogoggora'aa waan Rabbiin kaddaamu fakkaatu eennullee yoo jiraate, kaddaamuun isaa duwwa'a.


Akkasuma markaboonni hagamillee guddaa ta'anii, qilleensaan yoo oofamanillee namichi oofu gara ufii fedhe ooftu'uun markaba baayi'ee diqqo'oon gara ufii fedhe oofa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite