Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 3:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Daraaraan qajeellumma'aa namoota nagaya buusaniin facaafama.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 Namoonni nagaya jaalattoonni nagaya facaasanii, firii qulqullaawomaa wolitti ni qaban.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Daraaraan qajeellumma'aa namoota nagaya buusaniin facaafama.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 3:18
13 Referans Kwoze  

Worri nama wolitti araarsan worra eebbifame; isaan ijoollee Rabbii jedhamanii!


Namni fedha fooniitiin faacaafatu fooniin badii haamata. Namni fedha Ayyaanaatiin facaafatu ammoo Ayyaanaan jireenna bara baraa haamata.


Adabbiin maruu hennaa diqqo'oof waan nama gaddisiisu malee waan nama gammachiisu hin fakkaatu. Haata'uu ammoo worra mi'eeffateef sanyii qajeellumma'aa ka nagaya uf keessaa qabu daraara.


Aariin namaa qajeellummaa Rabbii hin hojjatu.


Namni haamu gatii argata; ka facaasuu fi ka haamullee akka woliin gammadan jireenna bara baraatiifillee daraaraa wolitti qabata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite