Ergaa Yaaqoob 3:13 - WAADAA LAMMATAA13 Isin keessaa ogeessinii fi hubataan eennuu? Jireenni mishaan ogumma'aa fi fayyaalumma'aan hujii ufii haa mudhisuu. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Isin jiddu'uu ogeessaa fi naminni hubattanii eennu? Ogumma'aa fi mataa gad qabataan hujii raawwate, jireenna misha'aan haa mulidhisu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Isin keessaa ogeessinii fi hubataan eennu? Jireenni mishaan ogumma'aa fi fayyaalumma'aan hujii ufii haa mudhisuu. Gade chapit la |