Ergaa Yaaqoob 3:12 - WAADAA LAMMATAA12 Obboleeyyan tiyya! munni hurbu'uu ejersa yookiin woyiniin hurbuu daraaruu hin dandeettii? Bisaan sooqiddaa keessaa bisaan mi'aayaan hin bayu. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Yaa obboleeyyan! Mukinni harbbu'uu firii ejerssaa daraaru'uuf ni danda'a ree? Yookiin biqilttuun woyinni'ii firii harbbu'uu daraaru'uuf ni danda'aa ree? Akkuma kana bishaan hadhaayaa irraa bishaan mi'aayaan argamu'uuf ni danda'a ree? Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Obboleeyyan tiyya! munni hurbu'uu ejersa yookaan woyiniin hurbuu daraaruu hin dandeettii? Bisaan sooqiddaa keessaa bisaan mi'aayaan hin bayu. Gade chapit la |