Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 3:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Burqaan tokko bisaan mi'aayuu fi bisaan haadhayu hin burqisiisaa?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Buriqqaa tokkoo dhugaati'iif ka ta'u bishaan mi'aayaa fi bishaan hadhaayaan, burqqu'uuf ni danda'aa ree?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Burqaan tokko bisaan mi'aayuu fi bisaan hadhaayu hin burqisiisaa?

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 3:11
3 Referans Kwoze  

Afaanuma tokko keessa eebbinii fi abaarsi baya. Obboleeyyan tiyya! kun garuu ta'uun hin barbaachisu.


Obboleeyyan tiyya! munni hurbu'uu ejersa yookiin woyiniin hurbuu daraaruu hin dandeettii? Bisaan sooqiddaa keessaa bisaan mi'aayaan hin bayu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite