Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Maqaa mishaa ittiin waamamtan worri arabsan isaanii mii?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Isin ka ittiin waamittan maqaa ulfinnaa san ka arrabissan, isaanii mitii ree?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Worri maqaa mishaa ittiin waamamtan arabsan isaanii mii?

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:7
23 Referans Kwoze  

Ani duraan ka ari'u ka abaaruuf rakkisaa yoo ta'ellee inni kana naa godhe. Haata'uu ammoo uduu hin beekin waan uduu hin benne godheef araara argadhe.


Woldaa kiristaanaatitti woggaa tokko guutuu wolitti qabamanii banii hedduu barsiisan. Darasoonnillee hennaa jalqabaatiif Anxookiya'atti, «Kiristaana» jedhamanii waamaman.


Uffataaf gudeeda isaa irratti barreeffama maqaa, «Mootii moototaa, Gooftaa, Gooftootaa» jedhu qaba.


Uffata dhiinni itti faca'eeru uffateera, maqaan isaa dubbii Rabbiiti jedhameera.


Mana sagadaa marattuu hennaa hedduu akka isaan arrabsan namoota jajjabessa'aa ture. Guddisee hennaa isaaniin lolu, haga qacha'aan alaatii fi haga biyyaan alaa isaan ari'a'aa ture.


Fayyinni karaa biraa karaa eennuutiinillee hin jiru, maqaan akka nu ittiin fayyinuuf kenname ka namoota fayyisu samii gaditti Yesuusiin malee, ka biraa hin jiru.»


Worri Fariisootaa ammoo hennaa kana dhagayan, «Inni hunna mootii jinni'ii ka Bi'eelzeebul jedhamu calla'aan malee jinniiwwan hin baasu» jedhan.


Wonti dubbatame sunillee, «Durbi duudaan hin ulfoofti; Ilmallee hin deetti; maqaan isaa, ‹Amaanu'eel› jedhamee waamama;» «Amaanu'eel» jechuun, «Rabbi nu woliin jira» jechu'u.


«Gooftaa'a, dogoggorsaan sun uduu lubbu'uun jiru, ‹Guyyaa sadihiin maayessa hin ka'a› akka jedhe qaabanne.


Duukkaanaa Daawitii ta kuftellee deebisee ijaara; ka diiggamellee deebisee hin ijaara deebisee dhaaba jedha Gooftaan kana godhu.


Haata'uu ammoo Kiristaana ta'uu isaatiin yoo rakkoon isarra gaye, Rabbiin haa galateeffatuu malee hin saalfatin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite