Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Ufii wol qooda'aartanii mii? Abboota seeraa ka yaada hamaa qaban ta'uu keessanii mii?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 eegaa bifa kanaan jidduu keessantti garaa garummaa akka raawwattanii fi murtii dalo'oo akka murtteesitan, isinitti hin muldhatuu ree?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Ufii wol qooda'aartanii mii? Abboota seeraa ka yaada hamaa qaban ta'uu keessanii mii?

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:4
12 Referans Kwoze  

Fuula namaa laalaa murteessuu dhiisaa'a, murtii qajeelaa murteessaa'a.»


Obboleeyyan tiyya! Wol hin hamatinaa'a! Ka obboleessa ufii hamatuu fi ka obboleessa ufiititti murteessu seera hamata. Seerattillee hin murteessa. Yoo seeratti murteessite, ati murteessa'a malee, nama seera hujii irra oolchuu miti.


Gooftaanillee akkana jedhe, Eegasuu «Waan abbaan seeraa hamaan sun jedhe dhagayaa'a!


Ogummaan Rabbiin irraa ammoo woyyitti'i, araaramtu'u. Gara-laafettii ta maarre jettu, ta araaraa fi daraaraa misha'aan guuttamte, ta mami'ii fi ta uf tuuluulee hin qabne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite